Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Godina Arsiitti barattoonni kuma 5 ol oomisha namoota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gara adda waraanaatti duulanii fi namoota humna hin qabneef oomisha ga’e walitti qabuu ibsameera.
Godinichatti manneen barnoota sadarkaa 2ffaa 95 irraa barattoonni kuma 5 ol omisha maatii, maatii duultota adda waraanaa fi namoota humna hin qabnee walitti qabuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Godina Arsiirraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.