Godinichatti lafti hektaarrikumni 52 fi 900 ol oomisha qamadii kilaastaraatiin uwwifame

Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 52 fi 900 ol oomisha qamadii kilaastaraatiin uwwifamuu ibsameera.

Godinnicha lafti hektaarri kumni 46 ol jallisii boneetiin kilaastara qamadii oomishuuf karoorfamee hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 52 fi 900 ol qotamee sanyiin uuwwifamuu Waajjirri Qonnaa,Bunaa fi Qabeenya uumamaa godina Jimmaa beeksiiseera.

Akka godinichaatti bara oomishaa 2014tti oomisha qamadii kuntaala miliyoona 2.2 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu himameera.

Abdurehmaan Mahammaditu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment