Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti dargaggoota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.

Haaluma kanaan Godina Shawaa Lixaa, Magaalaa Jimmaa, Harargee Bahaa, Harargee Lixaafi Magaalaa Maayaatti dargaggoota fedhii isaaniin Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifamuu ragaan BKO fi Kallacha Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment