Godinaalee fi Magaalonni Oromiyaa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan

Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Godinaaleefi Magaalonni Naannoo Oromiyaa deeggarsa gosa garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaatiif taasisaniiru.

Deeggarsi taasifames Sangoota kuma 1 fi 329, Hoolota 200 fi meeshaalee qulqullinaa Birrii kuma 40tti tilmamamu akkasumas midhaan nyaataa gosa garaagaraa of keessatti hammata jedhameera.

Deeggarsichas Hoggantuun Biiroo Galiiwwannii Oromiyaa Aadde Maskaraam Dabbabaa Oromiyaa bakka bu’uudhaan Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyya Aadde Maartaa Liwiijiitti kennaniiru.

Yaaddessaa Geetaachootu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment