Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Godina Wallaggaa Lixaa Aana Gaanjiitti waamicha Abbootiin Gadaa taasisaniif fudhachuuf miseensoonni Shanee 37 harka laachuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksiseera.
Komishiini Poolisii Oromiyaa hojii diina qulqulleessuu qaamolee nageenyaa hunda fi Uummaata hirmaachisuun hojii seeraa kabachisuu himeera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.