Godina Wallagga Lixaatti hiriirri balaalleffannaa ABO shanee gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Aanaalee godina Wallagga Lixaa garaagaraa keessatti hiriirri balaalleffannaa ABO shanee gaggeeffame.

Jiraattoonni aanaalee Gimbii, Jaarsoo fi Boojjii Coqorsaa hiriira ba’uun gochaaABO shanee balaalleeffataniiru.

Miidhaa garichi lubbuu namaa fi qabeenyarraan ga’aa jiru balaalleffataniiru.

Hoggantoonni naannichaa tarkaanfii mootummaan humnoota badii kanneenirratti fudhachaa jiru jiraattoonni deeggarsa barbaachisu taasiisuu akka qaban waamichi dhiyeesaniiru.

 

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa.

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment