Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsanme.
Godina Wallagga Lixaa Aanaalee Ganjii, Boojjii Dirmajjii, Jaarsoo fi Noolee Kaabbaa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin addaa addaa fudhatamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinicharraa argame ni muul’isa.
Miseensota garichaa hedduurratti tarkaanfiin kan fudhame yoo ta’u, hedduun booji’amuu ibsameera.
Meeshaaleen waraanaa adda addaa fi qabeenyi ummatarraa saamaa turan harkaa fuudhamuu himameera.
Miseensonni garichaa lakkoofsaan hedduu ta’an ammoo harka laachuu ibsameera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment