Godina Wallagga Bahaatti Pirojektoonni misoomaa daawwataman

Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) -Hoggantoonni mootumma Godina Wallagga Bahaatti Pirojektoota misoomaa garagaraa hojjetamaa jiran daawwatamaniiru

Pirojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Naqamtee, Daandii Naqamtee – Buree, Buufata Xiyyaaraa, Warshaa Daabboo waajjira Giifti dureen ijaaramaa jiran daawwataniiru.

Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaaliny hojiileen misoomaa godinicha keessatti hojjetamaa jiran jajjabeessaa ta’uu eeraniiru..

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment