Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti deeggarsi lammiilee buqqa’aniif taasifame

Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayaanaatti deeggarsi lammiilee sababa rakkoo nageenyaatin aanaa Kiraamuu fi gandoota Giddaa Ayyaanaa tokko tokkoo keessaa buqqa’aniif taasifameera.

Deeggarsi taasifamees dhalattoota aanichaa biyyaa keessaa fi alaa jiraataan irraa kan irratti walitti qabameedha.

Deeggarsichaanis meeshaalee nyaataa daakuu, ruuzni, firaashii, uffataa halkanii fi kanneen biroon taasifamuu ragaan kominikeshinii aanaa Giddaa Ayyaanaarra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment