Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe.
Halkan edaa Siinoo Tiraakiin Waraabeerraa gara Finfinnee imalaa ture Konkolaataa abbaa miila sadiirra ba’uun balaa kana qaqqabsiisuu Poolisiin aanichaa ibseera.
Eermiyaas Boggaalaatu gabaase.
Comments (0)
Add Comment