Godina Shawaa Lixaatti biqiltuun bunaa miiliyoonni 3 ol dhaabbate

Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) –Godina Shawaa Lixaatti biqiltuun bunaa miiliyoonni 3 ol dhaabbate.
 
Godinichi lafa heektaara 740 irratti biqiltuu bunaa kan dhaabe ta’uu, itti gaafatamaan adeemsa hojii Gabaa Bunaa, Shaayii fi Mi’eessituuwwanii obbo Tolosaa Araarsaan ibsaniiru.
 
Aanaalee 11 keessatti biqiltuun bunaa miiliyoonni 3 fi kumni 201 dhaabamaniiru.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment