Godina Shawaa Kaabaatti filannoo marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Fiichee fi aanaalee Godinichaatti filannoon gaggeeffamaa jira jedhame.
Magaalaa Fiichee fi Aanaa Giraar Jaarsootti buufataalee filannoo jiranirratti filannoon gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Maddi:- OBN
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment