Godina Shawaa Bahaa aanaa Gumbichuutti maatiin barnoota oomisha duultoota walitti qaban

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa aanaa Gumbichuutti maatiin barnoota oomisha qonnaan bultoota adda waraanaatti duulanii walitti qabaniiru.

Itti gaafatamaan waajjira barnoota Godina Shawaa Bahaa obbo Toleeraa Waamii, oomisha ooyru qonnaan bultoota waraanaatti dulaanii walitti qabu himuusaanii ragaan Ministeera Barnootaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment