Godina Matakkalitti rakkoo nageenyaa uumamee waliin walqabatee hooggantoonni olaanoon 7 too’ataman

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Godina Matakkalitti rakkoo nageenyaa uumamee waliin walqabatee hooggantoonni olaanoon 7 too’atamuun Komaand Poostiin godina Matakkal beeksise.
Rakkoo nageenyaa godinachatti uumamee waliin walqabatee harka keessaa qabu jedhamuun hooggantoonni hojii too’atamaniiru.
Hojin olaantummaa seeraa wayita ammaa eegalame cimee akka itti fufu ajajan koomaand poostii godina Matakkal Koloneel Ayaalaw Bayyanaa himaniiru.
Godinichatti nageenyee duraan bakkatti deebisuuf qaamolleen hundi gahee isaanii bahachuu akka qaban dhaamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment