Godina Harargee Bahaatti sagantaan “nyaata koo qe’ee kootti” jedhu eegale

Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti sagantaan “nyaata koo qe’ee kootti” jedhu eegaleera.

Godina Harargee Bahaatti hirmaannaa Dubartoota Gurmaa’aniitiin Sagantaan “nyaata koo qe’ee kootti nan dhaabbadha” akka godinichaatti aanaa Kombolchaatti eegalameera.

Dubartoonni adda dureen ooyiruu isaanii irratti qonna manduubeen Kaarota, Qoosxaa, Timaatimaafi Dinnichaa oomishaa jiran kuduraalee kanneenitti nyaataaf fayyadamuu bira darbanii gurgurachuun madda galii taasifachuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment