Godina Harargee Bahaatti qaamolee hojii misoomaa irratti gumaacha olaanaa taasisaniif beekkamtiin kanname

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti qaamolee hojii misoomaa irratti gumaacha olaanaa taasisaniif beekkamtiin kannameera.

Sirna beekkamti laachuu kanarrattis Itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastara Magaalota naannoo Oromiyaaa, Aadde Caaltuu Saanii argamniiru.

Bulchaan Godina Harargee Bahaa Obbo Husseen Fayyisoo, abbootti qabeenyaa fi uummata Godina Harargee Bahaa, misooma godinichaatiif tumsan galateeffataniiru.

Aadde Caaltuu Saanii, sochii ummanni Godina Harargee Bahaa hiyyummaa seenaa gochuuf jalqaban abdachiisaa akka tahee himaniru.

Qaamolee hojii misoomaa kana milkeessuuf gumaachan galateeffataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment