Godina Gujiitti Hospitaalli Sadarkaa jalqabaa Sabbaa Boruu Birrii miiliyoona 143 oliin ijaarame eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Gujiitti Hospitaalli Sadarkaa jalqabaa Sabbaa Boruu Birrii miiliyoona 143 oliin ijaarame eebbifameera.

Hospitaalicha Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan eebbisaniiru.

Sirna eebbichaarratti Hogganaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaa ,Hoggantuun Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistikii Oromiyaa Injiinar Heelan Taammiiruu, Bulchaan Godina Gujii Obbo Nagaash Bullaallaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment