Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Godina Gujiitti gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6 Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalota 18 hirmaachise Bulchiinsa Magaala Nageelleetti eegaleera.
Gamaaggama Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6 kanarratti, haasawa baniinsaa kan godhan Bulchaan Bulchiinsa Godina Gujii obbo Taaddalaa Uddoo fi Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhina Godinichaa obbo Haroo Galmaa,gabaasa hojii kilaasteraan dhiyaatu namni hundi xiyyeeffannoo itti kennuun cimina, hanqinaa fi rakkoo darban adda baasuun marii bilchaataa taasiisuu akka qaban hubachiisaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.