Godina Gujii Lixaatti hiriirri mormii ABUT fi Shanee gaggeeffamaa jira

Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Jiraattonni, hojjetaan mootumaa akkasumas kutaan hawaasa garagaraa aanaa Bulee Horaa, Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaa fi Godina Gujii Lixaa hiriira mormii Magaalaa Bulee Horaatti gaggeessaa jiru.

Hiriira kanarratti dhaadannoowwan mormii garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatan dhaggeessifamaa jira.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment