Godina Gujii Lixaa fi Godina Booranaatti filannoon gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa Bulee Horaa fi Godina Booranaa Mooyaalee fi Yaaballootti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira.
Buufataalee filannoo godina Gujii Lixaa 416 hunda keessatti sagalee kennuun itti fufeera.
Maddi:- OBN
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment