Godina Geedi’ootti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Naannoo uummattoota Kibbaa godina Geedi’oo magaalaa Yirgaa Caffeetti hiriirri gareewwan shororkeessitootaa ABUT fi Shanee balaaleffatu gaggeeffameera.

Hiriirichi waraana gantummaa garee shororkeessaan ABUT bane kan balaaleffatuu fi Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Mootummaa cina dhaabbachuuf kan taasifame ta’uu eerameera.

Hiriirichaan ergaawwan garaagaraa garee shororkeessitootaa balaaleffatanii fi Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaran  darbaniiru.

Hirmaattonni hiriirichaa waraana gareen kun bane qolachuuf deeggarsa barbaachisaa ta’e taasisuuf qophii ta’uu ibsaniiru.

Maastawaal Asaffaatu gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment