Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 4 darbe

Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) –Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamoo Aanaa Geresee ganda Kami’alee Bari’ee Orootti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuun ibsameera.

Balichi rooba cimaa guyyoottan sadiif walitti fufiinsaan roobeen kan mudate ta’uu ragaan Kominikeeshinii Godinichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment