Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Godina Baalee Bahaa Aanaa Horsiise Bulaa Sawweennnatti Piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona78 oliin ijaraman eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’an.
Piroojeektonni, bishaan dhugaatii, Riqichaaleen lamaa fi manni barumsaa ijaarsi isaanii xumuraman eebbifamaniiru.
Hanqina bishaanii dhugaatii aanicha ture kan furu ta’uu OBN gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.