Godina Arsiitti Tajaajilli Loon mala namaan al tokkotti Loon hedduu diqaalomsuu eegalame

Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti Tajaajilli Loon Mala namaan al tokkotti Loon hedduu diqaalomsuu jalqabsiiseera.

Hoormoonii Fayyadamuun Tajaajilli mala namaan al tokkotti Loon hedduu diqaalomsuu Naannoo Oromiyaa mata duree ‘Loon Sanyii Fooyya’oo Badhaadhina Maatiif ‘ jedhuun Godina Arsii Aanaa Leemmuufi Bilbilootti jalqabuu ragaan BQO irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment