Godina Arsii Aanaa Sireetti duulli dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Arsii aanaa sireetti dhaabbiin biqiltuu duula guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.

Hooggansii fi kutaaleen hawaasa garaagaraa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa kan gaggeessaa jiru jedhame.

Akka godinichaatti namoonni Miiliyoonni1.7 duula dhaabbii biqiltuu kanarratti hirmaachaa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Qonnaa godina Arsii Obbo Gannaa Mohaammad ibsaniiru.

Faxxanaa Zawudeetu gabaase.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment