Godiina Shawaa Bahaatti koonfiraansiin nageenyaa fi misoomaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)-Godiina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti koonfiraansiin nageenyaa fi misoomaa gaggeeffamaa jira.

Koonfiraansicharratti Pireezidaantiin Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii, Bulchaan Godinichaa Obbo Abbaabbuu Waaqoo, Abbootii Gadaa, Abbootii Amantaalee fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru.

Dassaalany Abarraatu gabaase.

Comments (0)
Add Comment