Godaantonni Ityoophiyaa 66 Jibuutirraagaraa biyyaatti deebi’uun ibsame

Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Godaantonni Ityoophiyaa 66 Jibuutirraa gara biyyaatti deebi’uun Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise.

Embaasichii Mootummaa Jibuutii waliin ta’uun hojii godaantotaa gar biyyaatti deebisuu raawwachuu ibsameera.

Godaantotaa deebi’an keessaa 57 daddabarsitoota seeraan alaan gara biyyoota Arabaatti ceesifamuuf kan turan ta’uun ibsameera.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment