Gochi kamiiyyuu dhugummaan deebii mataa isaa qaba – MM FDRI Abiy Ahimad

Gochi kamiiyyuu dhugummaan deebii mataa isaa qaba – MM FDRI Abiy Ahimad
 
Finfinnnee 1, 2012(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa gabaabaan Hidha haaroomsaa fi weerara vaayrasii koroonaaf deeggarsa taasisan.
 
Gochi kamiiyyuu dhugummaan deebii mataa isaa qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
 
Ananis ta’ee hoggantoota Paartii Badhaadhinaa gochaa keessan gaariidhaan ni dinqisiifatu.
Akkuma gaarummaa fudhanne gaarummaa deebisaa jirra.
 
8100 irratti Hidha Haaromsaatiif, 444 irratti ammoo #COVID-19 ittisuuf hojii irra oolaniiru.
Hamma dhumaatti walumaan imalla jedhan.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment