Giruuppiin Daandii qilleensichaa lammiilee Godina Kaaba Goondaritti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 13 taasiise

Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Giruuppiin Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Waldaa Misooma Naannoo Amaaraa waliin ta’uun lammiilee Godina Kaaba Goondaritti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuuBirrii miiliyoona 13tti tilmaamamu taasiiseera.

Kana dura Mootummaan deeggarsa midhaan nyaataa kuntaal 500 taasiisuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Amaaraarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment