Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga geessanii ayyaana Arafaa dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoo ayyaana Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa fuula Tiwiitarii isaanirratti barreessaaniin hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga Ayyaana Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaan geessan jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment