Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaanaa bara haaraa sababeeffachuun Maaddii qoodan

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) -Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaanaa bara haaraa sababeeffachuun lammiilee qaroo dhabeeyyii waldaan Kiristaanummaa Barxaamiyoos deeggarsa taasisuuf 150’f Maaddii qoodaniiru.

Comments (0)
Add Comment