Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtoota magaalaa Finfinneetti argamaniif deeggarsa Wiilcharii taasisaan

Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) –Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtoota magaalaa Finfinneetti argamaniif deeggarsa Wiilcharii taasisaan.
Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtoota magaalaa Finfinneetti argamaniif deeggarsa Wiilcharii taasisaaniiru.
Deeggarsichi qaama miidhamtoota 72 ta’aniif kan laataan yoo ta’u, hojiin akkanaa naannooleetti cimee itti fufuu akka qabu ibsaniiru.
Qaamaa miidhamtoonni deeggarsi ta’eef kunneen hojii garagaratti bobba’anii galii akka argatan kan dandeessisudha.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment