Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Jimmaatti ijaarsa hoteela idil addunyaa “Foor Pooyintis Baay Sharaatan” dhagaa bu’uuraa kaa’an

Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Jimmaatti ijaarsa hoteela idil addunyaa “Foor Pooyintis Baay Sharaatan” dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.

Hoteelichi Birrii biiliyoona 1.4 kan ijaaramu yoo ta’u ijaarsi isaa waggoota 4 keessatti kan xumuramu ta’uu ibsameera.

Ijaarsi hoteelichaa garee invastimantii Meedirookiin kan gaggeeffamu ta’uu TOI gabaaseera.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment