Giifti Duree Zinnaash Taayyaachaw Mana Barumsaa Sadarkaa Lamaffaa Godina Gede’oo Aanaa Gadabiti ijaarame eebbisan

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Giifti Duree Zinnaash Taayyaachaw Mana Barumsaa Sadarkaa Lamaffaa Baanqoo Dadaatuu Naannoo Kibbaa Godina Gede’oo Aanaa Gadabiti ijaarame eebbisaniiru.
Manni Barumsaa Sadarkaa Lamaffaa Baanqoo Dadaatuu Godina Gede’oo Aanaa Gadabiti deeggarsa Waajjira Giiftii duree Zinnaash Taayyaachawn ijaarame eebbifameera.
Ijaarsa mana barumsichaatiif Birriin miiliyoona 10tti siiqu baasii ta’uun ibsameera.
Manni barumsichaa ijaaramuun rakkoo walgahiinsa barnootaa naannichatti mul’atu ni fura jedhameera.
Sirna eebbichaarratti Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo dabalatee, hooggantoonni Olaanoo Naannoo Kibbaa fi Godina Gede’oo akkasumas jiraattoonni naannichaa argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment