Giddugalli To’annoo bu’aalee bineensota bosonaa seeran alaa hojii eegale

Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Saree Suuftuun Tumsamuun Giddugalli To’annoo Bu’aalee Bineensota Bosonaa Seeran Alaa hojii eegaleer.

Abbaan Taayitaa Eegumsaa Bineensota Bosonaa Itiyoophiyaa Faawundeeshinii “Africa Wild Life” waliin ta’uun giddugalli Buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti bane, daddabarsa bu’aalee bineensota bosonaa seeraan alaa ittisuuf gargaara jedhameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment