Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- GIddugalli Misooma ‘Ityoo- Saayiber Taalent’ barattoota leenjisaa ture eebbisiisaa jiraachuu ibsame.
Giddugalichi gola ambaa Saayinsiitti barattoota marsaa jalqabaa sagantaa gannaan leenjisaa ture 60 guyyaa har’aa eebbisiisaa jira.
Sirna eebbaa kanarratti aanga’oonni olaanoon mootummaafi deeggartoonni giddugalichaa argamaniiru.
Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Giddugala Misooma ‘Ityoo- Saayiber Taalent’ hundeessuun guddattootaafi dargaggoota kennaa addaa qaban fo’uun dameewwan garaagaraan misoomsaa jiraachuu yaadachiifameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.