Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama hojii eegalchiise

Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama hojii eegalchise

Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota Gurguddaa Qorannoo lama Birrii miiliyoona 31n bite hojii eegalchiiseera.

Giddu galichi hawaasa Lixa Oromiyaa fi Naannoo Beenishaangul Gumuuz dabalatee godinaalee 8, magaalota Naqamtee, Jimmaafi Amboo hospitaalota 43 walumaagala hawaasa miiliyoona 14 olii tajaajila laata jedhame.

Gidduu Galeessi kuni meeshaalee ammayyaa ta’an kanneen akka Cobas E-411 fi Cobas C-311jedhaman tajajilaaf qopheesseerra jedhame.

Galaanaa Tasfaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment