Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa haaluma amma jiruun itti fufa-MDWN

Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Gatiin gurgutaa qinxaaboo boba’aa gatii amma gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiisa Naannawaa beeksise.

Haaluma kanaan Mudde 26, 2016 eegalee gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomishaalee boba’aa gatii amma gabarratti gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment