Gatiin gurgurtaa boba’a qinxaaboo Baatii Eebilaa haaluma baatii Bitootessaan itti fufa jedhame

Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Gatiin gurgurtaa boba’a qinxaaboo Baatii Eebilaa haaluma baatii Bitootessaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.
Haa ta’uutii gatiin Boba’aa Xiyyaaraa, Naafxaa Gurraachaa fi Adii salphaa haala gatii gurgurtaa idil addunyaa bu’uura godhachuun herreeggamee fayyadamtootaf akka darbu murtaa’uu Ministeerichi ibsa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif ergeen beeksiseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment