Gareen shororkeessaa ABUT miidhaa hangana jedhamee hin ibsamne uummata keenyarraan ga’eera- Dooktar Laggasaa Tulluu

Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT miidhaa hangana jedhamee hin ibsamne uummata Ityoophiyaarraan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu ibsan.

Gareen shororkeessichaa qabeenya barbadeessuu fi lammiileerra miidhaa xiinsammuu qaqqabsiisuu ibsaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT herreegan buusa jechuun lammiilee nagaarratti miidhaa cima geessisuu sagantaa agarsiisa suuraalee “Waa’ee Ityoophiyaa” irratti ibsaniiru.

Gochaan garee kanaa yoommillee kan hin dagatamne ta’uu himaniiru.

Maddi:- DhPI

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment