Gareen shororkeessaa ABUT hanga dhabamsiifamutti dargaggoonni Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaachana ta’uu qabu jedhame

Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT hanga dhabamsiifamutti dargaggoonni Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaachana ta’uu itti fufuu akka qaban paartileen siyaasaa naannoo kibbaa beeksisan.

Manni Maree waloo paartilee Siyaasaa naannoo Kibbaa gareen shororkeessaa ABUT hanga dhabamsiifamutti dargaggoonni Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaachana ta’uu cimsanii akka itti fufan waamicha taasiseera.

Miseensonni mana maree waloo Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an dhimma haala yeroo biyyaalessaarratti mari’achuu ibsameera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment