Gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan simannaan taasifameef

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Taphaa Paaraa Olompikii Tookiyoo 2020 irratti hirmaataa kan turaan gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon simannaan taasifameera.
Sirna simannaa kanarratti Ministirr deettaan ministeera aadaa fi tuuriziimii obbo Habtamuu Sisaay fi Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Eliyaas Shikuuriin dabalatee keessummoonni waamichi taasifamee argamu ragaan fuula miidiyaa hawaasa Komishinii Ispoortiirra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment