Gareen Poolisii Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil addunyaa Dubaayirratti hirmaatu shaakala taasiisaa jira

Gareen Poolisii Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil addunyaa Dubaayirratti hirmaatu shaakala taasiisaa jira

Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Gareen Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil Addunyaa ‘SWAT’ Dubaayirratti hirmaatu shaakala taasiisaa jiraachuun ibsameera.

Garichi Giddugala Leenjii SWAT Magaalaa Alruuwaayitti argamutti shaakala gochaa jira jedhame.

Gareen kun Dorgommii deebii Saffisaa idil Addunyaa SWAT Dubaay bara Faranjotaa 2025 dorgomamurratti Oppireeshinii walxaxaa, Haleellaa, ergama Hoggansa VIP baraaruu, tabba olaanaa bahuu fi bu’uu akkasumas, Koorsii Gufachiisaan Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgoma jedhame.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment