Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Gaanaa waliin ni taphata

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a tapha deebii gita isaa Gaanaa waliin ni taphata.

Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Gaanaa Akiraatti taphni gita isaa Gaanaa waliin taasiisu ni eegama.

Garichi tapha Magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasiiseen goolii 3 fi 0n injifatamuun kan yaadatamuudha.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment