Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii waancaa Afrikaa gita isaa Taanzaaniyaa waliin ni taphata

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamuuf Waaliyaawwan har’a tapha gulaallii jalqabaa Taanzaaniyaa waliin ni taphatu.

Har’a galgala Sa’aatii 1:00 irraa jalqabee Taanzaaniyaa Daaree Salaam Istaadiyeemii Beenjaamiin Mikaappaatti falmiin taasiisan ni eegama.

Qaammee 4, 2016 ammoo Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Riippaablika Diimookiraatawaa Koongoo waliin kan taphatu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment