Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Finfinnee gale

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa galgala kana Finfinnee galeera.

Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa,Garee Biyyaaleessa Giiniin galchii 3 fi 0’n injifatamuun ni yaadatama.

Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Garichi Taphoota Giinii waliin taasisee fi dhimmoota biroorratti ibsa kan kennuu ta’uu ibseera.

Comments (0)
Add Comment