Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudaan magaalaa Arbaa Mincii gale

Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudaan magaalaa Arbaa Mincii gale.
Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudan hojii misooma invaastimantii ‘maadii biyyaaf’ waliin walitti hidhu irratti hirmaachuuf magaalaa Arbaa Mincii galeera.
Jilichi wayita magaalaa Arbaa Mincii ga’u hoggantoota hojii olaanoo bulchiinsa godinichaan simannaa ho’aan ta’eeraafi.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment