Gareen hoggantootaa ajajni itti ba’e karaa nagaan harka akka laatan waamichi dhiyaate

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Hoggattoonni garee ABUT akka too’ataman ajajni itti ba’e gochaa badii dhiisuun karaa nagaan harka akka laatan waamichi dhiyaate.
Hidhattoonni garee kanaa Maaykaadiraa fi kutaalee biyyattii birootti haleellaa eenyummaarratti xiyyeeffate namoota nagaarratti raawwaachaa turuu isaanii ibsameera.
Yakki raawwatan seera Ityoophiyaanis ta’ee idil addunyaan kan isaan gaafachiisu ta’uu qaamni kamiiyyuu hubachuu qaba jedha Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment