Gareen Gaazexeessitoota Ityoophiyaa Buufata Keeniyaa Laamuu daawwachaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) – Gareen Gaazexeessitoota Ityoophiyaa miidiyaalee dhuunfaa mootummaa keessaa walitti babba’e Buufata Keeniyaa Laamuu daawwachuu eegaleera.
Ityoophiyaa fi keeniyaan lammiilee tokko biyya lama keessa jiraatan ta’uu itti aanaa Bulchaan Naannoo Laamuu Abduul Kariim ibsaniiru.
Ijaarsi Laamuu hariiroo biyyoota lamaan caalmaatti kan cimsu ta’uu ragaan Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment