Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Umrii waggaa 23 gadii gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a ni taphata

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a ni taphata.

Taphni gulaallii marsaa jalqabaa kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti ni taphatama.

Hordoftoonni Kubbaa Miilaa yeroo jedhametti Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti argamuun taphicha bilisaan daawwachuu kan danda’an ta’uu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa waamicha dhiyeesseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment